Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Afan oromski Pisanie praktyka z oromski słów

Ostatnia Wersja

Wersja
Aktualizuj
14 sie 2024
Kategoria
Instalacje
50 000+

App APKs

Afaan Oromoo Writing Practice APP

Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu

Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, Hamma dandeetti keenyaa WAA hiixachuu yaadneeti.

Applikeeshiniin Kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu Akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin Kuni waluumagalatti, dandeettiiwwan afaanii Afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna.

Appi Kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee ISIN galateeffanna!

Appi kana Ilaalaa zainstalować godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!

Proszę ocenić naszą aplikację w sklepie Google Play.

Dziękujemy za pobranie,
OROMNET Software i Application Development, Nekemte, Etiopia
Więcej informacji

Reklama